KONFARANSII FI HOJII HOJIITTI HIJJIIRUU
Konfaraansii guddaan kun hawaasa, ogeessota, fi hoggantoota walitti fide.
Bu’aa Guddaa
Koree hojii hojiitti hiiku (Implementation Committee) hundaa’e.
JJDA’n tarkaanfii murteessaa itti aanu fudhateera:
Mul’ata irraa → gara raawwiitti → gara bu’aa safaramuu danda’utti
Waamicha
Sochii kana keessatti hirmaadhaa.