Jimmaa Jaawwii Development Association (JJDA)

Projektoota Keenya

Hojii Amma Jiru

Deeggarsa meeshaa barnootaa
Kaka’umsa fayyaa hawaasaa
Sagantaalee dargaggoota

Hojii Itti Aanu

Leenjii qonna
Worshop misooma hawaasaa
Ayyaana aadaa

Seenaa Bu’aa (Impact Stories)

“Deeggarsa JJDAtiin barattoonni keenya meeshaa barnootaa argatan.”